Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 16:2 - Kitaaba Woyyuu2 Mootichi Siiba'aan, «Kun maali'i?» jedheen; Siibaan, «Harriin akka maatiin mootichaa yaabbataniif; xorosho'oo fi munni hurbu'uu akka ijoolleen isaa nyaataniif; daadhiin woyini'ii ammo worri lafa gammoojji'iititti dadhaban haa dhugani'iif» jedheen. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |