Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 15:3 - Kitaaba Woyyuu

3 «Dubbiin ati dubbatte dhuga'aa fi qajeela'a; garuu namni dubbii mootichaa dhagayee hujii irra oolchu hin jiru.» jedhaanii ture.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 15:3
16 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Abeseloom, «Uduu ani abbaa murti'ii ta'ee silaa atta jaaladha; namni iyyannoo qabu gara kiyya yoo dhufe ani murtii qajeelaa isaa murteessa» jedheen.


Daawiti Israa'elii mara irratti mooye banii maraaf hennaa maraa murtii dhuga'aa akka argatu xaara'aa ture.


Soba wolitti qaaqan; arraba sobaatii fi garaa lamaan dubbatan.


Rabbi Waandhi kee umurii kee lafa irratti akka sii dheeressu abbaa keetii fi haadha tee kabajji;


Ka abbaa yookaan haadha ufii arrabsu sirima haa du'uu.


Namni mishaan Rabbiin biraa gaachena argata; dharticha garuu Rabbi itti murteessa.


«Dhaloonni abbaa ufii abaaru; ka haadha ufiillee hin eebbifne hin jira.


«Ija abba'atti balditu; ta ajaja haadhaallee tuffattu; harraageyyiin gammoojji'ii qotanii baasan; rumichi hedduu dhufanii nyaatan.


Si keessatti haawwonninii fi abboonnillee hin tuffataman; baniin biyya biraa hin sobaman; dubartoonni abbaan manaa jalaa du'anii fi ijoolleen abba'aa fi haadha hin qabne hin miidhaman.


Maleekkichi naa hiika'aa ture akkana jedhe, «Isaan maayessa namni tuffatamaan tokko hin mooya; ufii ammo ulfinni mootumma'aa hin kennamneef; inni dimmaa dhufee dharaan baallii mootummaa isaa qabata.


Muuse'ee fi Aarooniin biratti wal gayanii «Baniin maruu woyyu'u; Rabbi isaan jidduu jira; isin maaf banii Rabbiititti uf jajjan?› » Jedhan.


Rabbi, ‹Abbaa keetii fi haadha tee kabajji!› akkasuma, ‹Namni abbaa ufii yookaan haadha ufii arrabsu horomaa du'uu barbaachisa!› jedhee seere.


Phaawuloosillee, «Obboleewwan tiyya! ‹Gadicha hayyicha akka ta'e waan hin beenneef bulchaa ummataa irratti waan hamaa hin dubbatin› jedhamee dubbii Rabbii keessatti barreeffameera» isaaniin jedhe.


Nama maraa kabajjaa'a, obboleewwan jaaladhaa'a, Rabbiin sodaadhaa'a, mootii kabajjaa'a.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ