4 Daawiti isi'itti namoota ergee waamsisee bira gaye; hennaan sun hennaa dubartiin garaa argitu irraa dhaabate ture; achiin maayessa dubartittiin gara mana ufii deebite.
bulchaan biyya sanii namni Eewiya'aa ilmi Eemoorii Seekeem argee fudhatee woliin ciisee isii habaxeesse.
Kanaan maayessa haati manaa gooftaa isaa isa jaalattee Yooseefiin «Natti ooli» jetteen.
Ati waan kana dhossa'aan gooteerta; ani ammo waan kana Israa'eliin maraa afo'otti guyyamaan godha› » jedheen.
Hennaa hattuu argite isa woliin fiidda; hiree keellee worra seebaru woliin taasifte.
«Karaan dubartii seebartuu kana; nyaattee afaan haqachu'uun; ‹wonti badaan ani hojjadhe hin jiru› jetti.
Dhiirti yoo dubartii bira geette isaan lamaanuu bisaaniin haa dhiqatanii; lamaanuu haga galgalaatitti battii ta'an.
«Dubartiin takka uduu garaa dubarti'ii argiteertu, uduu isiin xuri'iin jirtu atillee akka hin xuroofne isii bira hin gayin.
«‹Hin seebarin;