Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 1:4 - Kitaaba Woyyuu4 Daawiti, «Mee waan ta'e natti himi» jedheen. Innillee, «Loltoonni teenna hulee lolaatii hin dheessan; namoota keenna keessaa nama heddutu du'e; Saa'olii fi ilmi isaa Yoonaataanillee du'aniiran» jedheen. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |