Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 1:3 - Kitaaba Woyyuu

3 Daawiti, «Eessaa dhufte?» jedhee gaafateen. Innillee, «Qachaa Israa'eliitii dheessee dhufe» jedheen.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 1:3
5 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Guyyaa sadeesso'ootitti namni tokko qe'ee Saa'oliitii uffata ufii tarsaasee daaraa mataa ufiititti firfirsee ture; gara Daawitii dhufee kallachaan gad kufee simateen.


Daawiti, «Mee waan ta'e natti himi» jedheen. Innillee, «Loltoonni teenna hulee lolaatii hin dheessan; namoota keenna keessaa nama heddutu du'e; Saa'olii fi ilmi isaa Yoonaataanillee du'aniiran» jedheen.


Giyaaz mana seenee gooftaa ufii afoo dhaabannaan gooftaan isaa Eelsaa'illee, «Haga ammaa eessa turte?» jedhee gaafate. Innillee, «Ani garbichi kee eessallee hin deemne» jedhee deebiseef.


Daawiti ka'imticha saniin, «Ati hojjataa eennuuti? eessaa dhufte?» jedhee gaafate; ka'imtichi, «Ani nama Misiriiti hojjata Amaaleqicha tokkooti; ani dhukkubsannaan guyyaa sadihiin dura gooftaan kiyya na gatee deeme.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ