Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 7:2 - Kitaaba Woyyuu2 Saanduundhi waadaa Rabbii hennaa dheera'aaf Qiriyaata'aarimiin keessa jiraate; kun haga woggaa diddamaa ta'e; hennaa san worri Israa'elii guddisanii Rabbitti booyan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Saamu'eel worra Israa'elii maraanuu, «Yoo onnee teessan guutu'uun gara Rabbii deebitan waaqolee tolfama'aa fi waaqolee tolfamaa astaaroot jedhaman uf keessaa balleessaa'a; qalbii guutu'uun gara Rabbii deebi'aa'a; isuma callaa waaqeffadhaa'a; inni harka worra Filisxeemii jalaa isin baasaa» isaaniin jedhe.