Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 2:3 - Kitaaba Woyyuu3 Hin booninaa'a; uf jaja'aallee hin qaaqinaa'a; Rabbi waan beekaa ta'eef, Rabbi waan namni hojjatu maraa waan beekuuf madaalee murteessaa; dubbiin uf jaju'uu afaan keessanii hin bayin. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |