Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Seena'aa ka 1ffaa 7:3 - Kitaaba Woyyuu

3 Uuzi ilma Yiziraahiyaa jedhamu uumate; Yiziraahiya'aa fi ijoolleen isaa ta dhiiraa shananuu Mikaa'eel, Abdiyyu, Iyyu'eelii fi Yishiyaan kunniin maruu bulchoota maatii ufii turan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Seena'aa ka 1ffaa 7:3
4 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

bulchoonni mana abboota isaanii Eefeer, Yishi'i, Eli'eel, Aziri'eel, Ermiyaas, Hodaawaayii fi Iyyoodi'eeliin fa'a turan; isaan kunniin worra jajjabaa beekkamtoota bulchoota abboota ufii turan.


Isaan haawwota manaa baay'e'ee fi ijoollee baay'ee waan qabaniif fiixaa isaanii keessaa namoota duula gayan namoota dhiiraa kuma soddomii jaha dhiyeessuu hin danda'an ture.


Bulchaan ijoollee Uuzi'eelii ka duraa Miikka'a; ka lammeesso'oo Yishiyaa fa'a turan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ