Zekaria 10:4 - KITAABA WAAQA4 Worra keesaa jaallaba, makala, hayyoota, ta worra kiyya fiduti, gabaha. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Yeremia, ch'aqasi! Nama lafa tana keesa jiru ch'ufti — hayyoota Yuda taanaani, jaarole taanaani, qaalole taanaani, gumile taanaani — ch'ufti siini morka. Ammo arra jabeenna atini worraani dabsatu sii kenna. Atini dira jabeesani jaaranifi utuba sibiilatifi naabo sibiila diimani mid'aasani fakaata. Worri si indabsatu, wonti akanatiifi anati si qorqorata. Nami dubbi tana jed'e, ana AABBO Waaqa.
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini gaari lolaa, ka fardi hirkisu, Israeli keesaa balleese, fardoole Yerusalemu iraa fuud'a; ammalle guube lolaa ch'ufa imballeesani. Hayyuuni keesani gosa ch'ufa nagaya tolche, baariini toko fuud'e baariini d'ibii d'aabe, Galaana Efratiiti fuud'e muumme lafale ch'ufati d'aabe lafa ch'ufa fida.