23 Waan suni ch'ufa waaro keesaa guurani, Yoshuafi worra Israeliti geesani, AABBO Waaqa duraani d'ufani.
Waan anini qabu ch'ufa ya sot'e, waan mana keeti ka bade maani agarte? Kuno, arma kayi, waan agarte fuula worra kiyyafi keeti dura, aka worri naafi sii nama d'uga qabu argu.
Duuba Yoshuani nama erge, worri suni gara waaro orie, waan Akaniini hate kaani, ka waaro keesati qarsi jala aansani d'ossani, argani.
Yoshuafi worri Israeli ch'ufti Akani ilma Zeratifi waan inni hate kaani, qarsi woya, worqi, ammalle nad'eenifi ijoolle isaa ta d'iiratifi ta dubrale, loonifi harreefi reefi waaro isaatiifi waan inni qabu ch'ufa bale Akori geesani.