Yoshua 7:15 - KITAABA WAAQA15 Nami anini keesa filad'e, ka miha balleesu malani sunini argani, isaafi worra isaatiifi waan inni qabule ch'ufa woliini ha gubbaniti, waan worri waan ch'eera hamtu Israelitini d'ufe wold'ageeti teenna ch'abseefi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |