Yoshua 7:14 - KITAABA WAAQA14 Duuba amma waan atini worra ch'ufaani jettu, Bori diirama gosa gosani isani ch'ufa armaani d'ufani. Gochiti anini keesa filad'e ha balbala balbalaani d'uftuti; balbalti anini keesa filad'eleeni ha worra worraani d'uftuti; worri anini keesa filad'eleeni ha nama d'iira nama namaani d'ufuuti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |