Yoshua 6:17 - KITAABA WAAQA17 Dirafi waan keesa jira ch'ufa maro Waaqi jibbeefi balleesa. Sharmut'iti Rahabu jed'anifi nama mana isii keesa jiru ch'alla lakisa, waan isiini jara nu dooya ergine d'ossiteefi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
AABBO Waaqi waan jed'u, Worra Sioni kaa, nyaapa keesani aka mid'aani d'aanani d'aana! Anini aka korma looni ka gaafa sibiila guraachatiifi qeench'a sibiila diima qabu isani tolcha. Isani gosa heddu d'aantani ch'ach'arasitani, ammalle hori worri kara dabatini argate iraa fuutani ana, abba lafa ch'ufaati baaftani.