Yoshua 5:5 - KITAABA WAAQA5 Ato nama lafa Misiriti bahe qabanqaba qabanifile nama lafa aloo eegi lafa Misiri keesaa bahani karaati d'alate taka qabanqaba inqabneefi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Wonti akanatiifi worri Israeli ganna afurtama lafa aloo keesa godaane, duuba nami ch'ufti, yokhaani nami lola guutu ch'ufti, ka lafa Misiri keesa bahe, waan qonqo AABBO Waaqa inch'aqasinifi raawate. Akuma Waaqi jed'e worri suni lafa aananifi dammi aka lolaa yau ta Waaqi ababoota worraati kakhate inagarre.