Yoshua 4:18 - KITAABA WAAQA18 Duuba akuma qaaloleeni Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa baatu galaana Yordani keesaa baate miili worraa lafa goddu ira ejatteeni, bisaani Yordani, akuma qara kaani, fulla ufi ta duriti deebiani fach'aani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |