16 qaalole Sanduqa Wold'aqisa baatuni galaana keesaa baha jed'i.
AABBO Waaqi waan Yoshuani jed'e,
Tanaafi Yoshuani qaaloleeni, galaana Yordani keesaa baha jed'e.
Mana Waaqa ka gubba jiru banani, sanduqa wold'aqisa kaani Mana Waaqa keesati argani. Duuba hangaasufi dibbeesafi d'uqeesa mandiisutifi chochoiti lafatiifi bokeeni d'akhaani roobe.