Yoshua 23:8 - KITAABA WAAQA8 Ammo fulla suni AABBO Waaqaani taka taha, akuma isani haga arrale tolchitani kaani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Ammo raagafi nama waan oobju himu ka akasi suni ijeesa; wonti akanatiifi inni AABBO Waaqa, ka lafa Misiri fulla isani tisse iti taatani keesaa isani baase, iraa gora jed'e isani barsiisa. Nami akasi suni hama, kara AABBO Waaqi keesani keesati bulla isaniini jed'e iraa isani gorsu fed'a. Tanaafi isaa ijeesuu maltani, aka waan hamtu akasi ufi keesaa baaftani.