Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Yoshua 23:6 - KITAABA WAAQA

6 Tanaafi waan kitaaba Seera Musa keesati t'aafani ch'ufa jabeesa, tolcha, guuta: Diqole mirgaafi bitaa iraa ingorina,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Yoshua 23:6
14 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

waan AABBO Waaqi tolchi sinjed'e tolchi kara isaa gula deemi, aadaafi seera isa, ta Seera Musa keesati t'aafani guuti, aka waan tolchitufi fulla atini deemtu ch'ufa keesa, eeba argattu.


waan hamtule inoobsu. Anini adaba nama Waaqa iraa goru injibba; worra akasi suni waan worri tahu iti ind'iad'u.


Anini barsiisa tante ira ingorre, wonti akanatiifi nami na barsiisu si.


Worri worra afaani gorani ka arabi isaani yo ch'ufa d'ara dubbatu. Fulla d'uga d'arati lafa mohata. AABBO Waaqi waan jed'u, Gumiini tiyya guyya ch'ufa woluma gula ch'ubbu tolchite, ammalle aka anini Waaqa worraa inhereddu.


Kurfo taa, d'ugefacha teesani keesa jabaad'a, insodaatiina jabaad'a.


Waan anini isaniini tolcha jed'e ch'ufa tolcha: Waan tokole iti indarina, yokhaani inhanqisiina.


Tunini herega hegeri inni waan nama d'ibi iraani jiru ufi sehu keesati ijeefte ammalle seera Waaqale ch'absu d'owarti. Duuba inni ganna heddu huji suni keesa tae, ilmaani isaaleeni haga d'aloota hedduu worra Israeli fiddi.


ammalle dubbi tana tokole mirgaafi bita iraa goru diddani yokhaani waaqa d'ibi inkad'anne.


Worra Israeli eegad'a, aka waan ch'ufa ka AABBO Waaqi keesani isaniini jed'e kana tolchitani. Aada isaa tokole indidina


Wonti akanatiifi gaargala keesani ka daba keesati, d'iigi keesani injinne,


Ammo nama daafanafi kiyyibafi hamafi nama nama ijeesufi algalaafi ka murma baafatufi ka waan harkaani boch'ani guddisuufi ka nama sobu, fullaani worraa galaana ibidaati, ka duisa lameeso.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ