Yoshua 22:6 - KITAABA WAAQA6-8 Yoshuani eebaafi dubbi taanaani worra galche waan jed'eeni, waan horattani kanani worra keesaniti gala: loonifi qarsiifi worqifi sibiila diimafi guraachafi woya heddu argattani. Waan nyaapa keesani iraa boojitani oboleyaani teesaniini gaha. Inni jecha kana buufannaani worri kae gale. Musani yayu gosa Manase ta gariti lafa Yordani ilaboru kenne, ammo gosa Manase taani d'ibi Yoshuani yayu lafa galaana Yordaniti ila adu gosa d'ibi woliini kenneefi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |