Yoshua 22:16 - KITAABA WAAQA16 gumiini AABBO Waaqa waan jettu, isani maafi waan hamtu kana Waaqa Israeliti tolchitani? Waan isani fulla sorio Waaqaa baasani jaartanifi ya AABBO Waaqa diddani, isani ya gargaltani AABBO Waaqa gula yau diddani! အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |