Yoshua 20:9 - KITAABA WAAQA9 Diri jaani kuni dira Israeliini fohate, aka worraafi keessumani worraleeni iti baqatu. Nami nama danu ijeese dandae achiti nama ijeechaa isa barbaadu duraa baha; haga dubbi isa jaaroleeni qortuti isa inijeesani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |