5 Yo namichi isa ijeese haalo baafachu fed'u kaani barbaada isaa d'ufe, worri dira suni harka isaati isa kennu himalle. Wonti akanatiifi inni danu nama suni ijeese, worri taka wolind'amne.
Gumiini ha nama nama ijeese suni harka miilo aanti nama ijeesani suni keesaa baafte dira iti baqatani, ka inni iti baqate suniti deebiftuti. Inni haga namichi gaafasi qaallicha gudda sunini duuti, ha achuma tauti.