Yoshua 2:9 - KITAABA WAAQA9 Waan jetteeni, Anini imbeekha aka AABBO Waaqi lafa tana isanii kenne. Nami lafa tana keesa jiru ch'ufti ya isani sodaate mudame bisaani naqate waan tahu d'abe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Worri waan Yoshuani jed'e, Aabbo, woni nu akasi taanefi, waan nu d'ageenne AABBO Waaqi keesani d'uguma waan hojattu isaa Musani jed'e, Anini lafa tana ch'ufa isaanii kenna yo iti d'uftanile nama keesa jiru ch'ufa fit'a. Duuba woni nu akasi taanefi, guddo isani sodaanne, waan lubbu teennale d'amnu seene.