31 Dira kanaafi ollowaani isaani lafa gochiti Asheri, worra isaani gula d'aala argatte keesa jirani.
Lafti Asheri waan dansa baafti. Inni sagale hayyuu malte namaani gololcha.
Uma, Atheka, Rehobu: diri kunini ch'ufti diddami lama, ka kamu ollowaani ufi d'aatu qabu.
Lafti jaeeso ta namaa qoodani ta gosa Naftali, worra isaani gula.