Yoshua 18:11 - KITAABA WAAQA11 Lafti gosa Benjamini, worra isaani gula, lafa qaraa ta namaa qoodani. Lafti worraa jiddu lafa gosa Yudatifi Yusufuti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Qooda lafaa kaaniini gama bita, gochiti hafte taani ch'ufti abbu qooda lafaa toko argachu malte. Lafti sunini seera lafa taani ila boru iraa baate, ila adu qajeelte, Baariini Guddati ejiti. Gochiti ch'ufti qooda lafaa mirgaa fuute, bitaati d'aabde, akanaani wolgula argachu malte: Benjamini Simeoni Isakari Zabuloni Gadi.