Yoshua 17:4 - KITAABA WAAQA4 Dubarti sunini gara qaallicha Eleazarifi Yoshua ilma Nunitifi jaarole d'at'e waan jetteeni, AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Dubra tana, oboleyaani isii ta d'iira woliini, d'aala kennaafi jed'e. Jennaani akuma AABBO Waaqi jed'e gula oboleyaani isii ta d'iira woliini lafa kennanifi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |