20 Tunini qooda lafa ta gosa Yuda worra isaani gula d'aala kennani.
Waan gosa Yuda inni akana jed'e: Ee AABBO Waaqa qonqo gosa worra Yuda ch'aqasi, gosa taanini wolti deebisi. Worraa kalchi, AABBO Waaqa nyaapa worra iraa d'owi.
Isiini waan jetteeni, anini madda bisaani fed'a. Lafti atini naa kennite lafa aloo, ta gamooji. Duuba Kalebuni madda gubbatiifi ta jala kenneefi.
Diri isaani bitaa ka ira fagoo, ka seera lafa Edomuti aanu kana: Kabseeli, Ederi, Yaguri,