43 Eegi suni Yoshuafi askartini isaa ch'ufti Gilgaliti dachaate.
Beth-Gilgalifi Gebaafi Asmarethi, keesaa wolti d'ufte.
Eegi waan suni Yoshuafi askartini isaa Gilgaliti dachaate.
Yoshuani hayyoota tana ch'ufafi lafa isaanile baruma toko dabsate, waan AABBO Waaqi Israeli, worra Israeliti kalcheefi.
Yabini, hayyu Hazori, dubbi tana d'ageennaani qonqo gara hayyoota Shimronitifi Akashafu,
Guyya kud'anneeso ka jia tokeeso, biyyiti galaana taakite lafa Gilgali ta seera Yerikotini ila boruti qubatte.
Duuba Samuelini waan biyyaani jed'e, Koota, nu yaasa, Gilgali d'aanne ammalle aka Sauloni hayyu keenna jabeesine aka dansaa nama ch'ufati himna.