23 Tanaafi worri isaa, Inni nama gudda, isa gaafad'a jed'e.
Ammo aka inni amma lafa argu nu imbeennu, nama ila isaa banele nu imbeennu; isa gaafad'a me, inni nama gudda, ufii dubbachu dandaa.
Ammalle maro lameeso worri namicha balla kaani yaame waan jed'eeni, Waaqa durati d'uga dubbad'u! Nu imbeenna aka namichi kunini nama daba.