12 Worri waan jed'eeni, Me, nami suni? Inni waan jed'eeni, Anini imbeekhu.
Yahudiini jila keesa isa barbaadde waan jette, Inni me?
Inni waan jed'e, Namichi Yeso jed'ani kaani biyye supe, ila tiyya dibe waan naani jed'e, Siloamu d'aqi, fuula d'iqad'u. Tanaafi ani deeme d'iqad'e lafa arge.
Worri namicha balla suni Farisayooti geese.