20 Dubbi tana Yesoni mana hori keesati olkayani keesati jed'e, ato Mana Waaqa keesati wo barsiisu. Nami tokoleeni isa inqamne waan guyyaani isaa qara ingayiniifi.
Qaalole gugurdofi jari Seera beekhuleeni isa qabu fed'ani hojuma suni, ammo biyya sodaatani; wonti akanatiifi aka inni mammaasa kana worraafi jed'e imbeekhani.