Duuba nama hamama lama isa d'aatu tetesisa, worri suni ha, Nabothini Waaqafi hayyule arabse jed'e biyyati himuti. Duuba dira keesaa baasa, d'akhaani d'aana ijeesa.
Yoi nama nama ijeese ijeesani, yo nami lamafi sadi, inni ya nama ijeese jed'e hime ch'alla; himaansi nami toko, nami kunini ya nama ijeese jed'e ingahu.