21 Yesoni waan jed'eeni, Anini huji toko tolche ta isani ch'ufa mamsiifte.
Waan kanaafi Yahudiini Yeso gaargalchite, maro inni waan kana guyya Sabato tolcheefi.
Yo nami guyya Sabato qabanqaba qabate, aka aada Musa inch'absine, isani maafi nati dalantani, waan anini nama toko guyya Sabato aka dansa fayyiseefi?