16 Lafti galgaloomnaani, jari isaa fulla galaana d'aqe,
Lafti dukanoomnaani, ka hobolooni jiddu galaana deemtu, inni koba lafa godduti hafe.
Yesofi jara isale fuud'aa yaamani.
Hobolo duude Kapernaumuti dachaae. Eegi lafti dukanooftele Yesoni worra ind'aqamne.