10 Yesoni waan jed'eeni, Biyya teteesisa. Fulla suni buuyo dansa jira. Tanaafi nami ch'ufti tatae. Nami d'iira ch'allaani kunki shani taha.
Nad'eeni ijoolle male, nami nyaate haga kunki shaniti.