44 Wonti akanatiifi Yesoni qara waan jed'e, Raagi lafa ufi keesati ulfinna inqabu.
Duuba isa quufu didani jennaani Yesoni waan worraani jed'e, Fulla ch'ufati raaga guddisani, ollafi worra isaa keesa male.
Yesoni waan worraani jed'e, Raagi fulla ch'ufati guddinna qaba, lafa ufitiifi fiit'a ufitiifi worra ufi keesati male.
Ammalle inni waan jed'eeni, D'uguma waan anini isaniini jed'u, Raagi lafa ufi keesati d'ugefatani injiru.