24 Waaqi Lubbu, nami isa kad'atu lubbufi d'ugaani kad'achu male.
Inni nama d'ugaafi garaa tokooni isa yaamatuti d'iaata.
Galata deebisitiini sorio nani guddisani; aninileeni nama naa saalfatu ch'ufa imbaasa.
Ee Waaqa, sorioni tiyya garaa laana ka anini si gulaani deemu; atini garaa laana, ka ch'ubbu iraa deebiu, indiddu.
Ato anini sila ch'ubbu tiyya garaati qabad'e lakisuu dide, AABBO Waaqi na ind'agayu.
Anini Waaqa gudda, qulqullo, haga jirule tau. Anini gubba fulla qulqullo taa, ammo nama ch'ubbu iraa deebie ufi diqeesule woliini taa, aka akasiini garaa worraa jabeese abdi kennuufi.
Ammo guyyaani ind'ufa, ammalle arma jira, ka nami aka d'uga kad'atu lubbufi d'ugaani Abba kad'atu. Nama akana kana Abbaani barbaada aka isa kad'atu.
Wonti nu ufi guddimnuufi tana: heregi keenna aka dansa nu beesisa, aka lafa tana keesa, keesuma jiddu teennaafi teesani, nu garaa tokooni d'uga Waaqi nu kenneefi eeba Waaqaatiini teenne, ammo qalbi namatiini inteenne.
Aabbooni armati baanaani Lubbu; fulla Lubbuuni Aabbo jirtu balchoomati jira.
Wonti akanatiifi nami qabanqaba d'uga argate nuu, worraaniti; nu Waaqa lubbu isaatiini kad'anna, ammalle jireenna keenna ka Kristo Yeso keesatiifi gammanna; aada namaa ta nafa ind'ugefannu.
Gara Hayyu haga hegeri tau, ka indoonefi ka imullanne, Waaqa tokocha, guddinnaafi ulfinni ha isaa tahu, ammafi hegerile! Amini.
Ammo AABBO Waaqi waan isaani jed'e, D'eerinnaafi mid'aaguma isaa iniilalini, anini yayu isa dide. AABBO Waaqi waan nami laalu iniilaalu. Nami nama nafuma ala laala, ammo AABBO Waaqi garaa keesa ilaala.