23 Ammo guyyaani ind'ufa, ammalle arma jira, ka nami aka d'uga kad'atu lubbufi d'ugaani Abba kad'atu. Nama akana kana Abbaani barbaada aka isa kad'atu.
Ammo isani gosa Waaqi fohate, qaalole hayyuti, gosa qulqullo, gumi Waaqaati, ta aka huji Waaqa ta mama odeesitaniifi fohatani, ka dukana keesaa ifsa isaa ka mamaati isani yaame.