AABBO Waaqi waan isaani jed'e, Anini kad'acha atini na kad'ate ya d'agaye. Anini Mana atini naa jaarte kana la eebise, aka inni fulla keesati na kad'atani tahu haga jiru jireenna. Anini isa haga jiru jireenna jabeesa eega.
wonti akanatiifi anini ya Mana kana fohad'e eebise fulla haga jiru jireenna keesati na kad'atani tolche. Tanaafi anini guyya ch'ufa Mana kana tisse qorqorad'a.