8 Bubbeeni fulla ufi feetu deemti; atini shawisa isii d'ageeta male, fulla isiini baatuufi yokhaani gara isiini deemtu imbeetu. Nami Lubbuuni d'alatu ch'ufti akasuma jira.
Inni dubbannaani bubbeeni guddooni gad'ufte, d'awa galaana chochoofte.
Inni bubbe jabdu taani ch'allisise, d'awani galaanaleeni d'au lakifte,
Inni dumansa muumme lafati fuud'e bokaya keesa angae bubbeele fulla iti olkaye keesaa gadi baasa.
Qilleensi bitaa d'ae, mirgaa d'ae, mare gadeebia.
Duuba Waaqi waan nani jed'e, Namicha, qilleensati fagi waan jettuuni wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Gara ch'ufaa kooti, reefa kana hafuura tahi, lubbu iti deebisi.
Worri suni fed'i nama gula ind'alanne, yokhaani nami worra ind'alle, ammo Waaqati worra d'ale.
Waan anini, Maro lameeso d'alachu maltani siini jed'eefi himmamiini.
Nikodemoni waan jed'eeni, Wonti kuni akami dandeete taati?
Maro tokotu wonti aka bubbe bubbiftu toko gubba gadi buute mana worri keesa tatau kaani guutte.
Eegi Waaqa kad'atani, fullaani worri iti kad'atu chochoote, worri ch'ufti Lubbu Qulqullooni guutame, soda male dubbi Waaqa dubbatani.
Ammo Lubbu takatiti waan kana ch'ufa tolcha; isiini akuma feetu nama ch'ufa kenni aka aka kenniti.
Lubbu nama keesa jirtuti waan nama suni ch'ufa beekha; akasuma Lubbu Waaqa ch'allati waan Waaqa ch'ufa beekha.
Yo isani aka Kristoni d'uga beetani, aka nami waan d'uga tolchu ch'ufti ijoolle Waaqa beetani.