Yohana 3:26 - KITAABA WAAQA26 Duuba worri gara Yohana d'ufe waan jed'eeni, Aabbo, namichi gama Yordani si woliini jiru kaani, ka atini waan isaa dubbate, me ilaali, kuno, innileeni nama batisa ammalle nami ch'ufti gara isaa yau jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |