17 Jari isaa waan duri kitaaba keesati t'aafani, ta, Maro mana kanketitiifi garaani na gubata jettu qaabate.
Waan nyaapi kiyya dubbi tante guutu diduufi anini dallane aka ibida bobae.
Jaalalti anini Mana kanke jaalad'u aka ibida na keesa bobeeti. Arabi si arabsani ya nati deebie.
Yesofi jara isale fuud'aa yaamani.
Tanaafi duisa keesaa isa kaamnaani, jari isaa aka inni waan kana jed'e qaabate, t'aafifi dubbi Yesoni jed'e d'ugefate.