Yohana 18:1 - KITAABA WAAQA1 Yesoni dubbi tana dubbannaani kae, jara ufi woliini laga Kedroni jed'ani taake. Oobruti achi jira, Yesofi jari isaa achi d'aqani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Jennaani hayyu Yosiani qaallichu gudda Hilkia jed'anifi qaalole isa jala hojattufi ammalle nama fullo Mana Waaqa eegu erge, aka worri miha Baalifi waaqa Ashera jed'anifi urjileeni kad'atani ch'ufa Mana Waaqa keesaa alati baasani. Hayyuuni waan kana ch'ufa dira keesa baase, d'aatu laga Kidroniti gube, duuba daara isiile Betheliti geese.