6 Taatule waan anini waan kana isaniini jed'eefi, la guddo lalefattani.
Kad'achaa kaanaani, jara ufiti d'ufe, worra maro lalefachatiifi rafu arge
Inni waan worraani jed'e, Dubbini isani ato kara yaatani hasooftanu tuni maani? Miila d'aabatani oodani.
Garaa keesani keesa ingaargaliina. Waaqa d'ugefad'a, akasuma nale d'ugefad'a.