Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Yohana 10:29 - KITAABA WAAQA

29 Abbaani kiyya ka isi naa kenne ch'ufa ira jira. Nami tokoleeni harka Abba dandae keesaa imfud'atu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Yohana 10:29
12 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

AABBO Waaqi gudda, isa guddo faarsuu malani; guddinna isaa dandaani inhubatani.


Anini amma imbeekha, aka AABBO Waaqi waaqoota ch'ufa ira gudda; wonti akanatiifi inni yayu gumi Israeli harka gosa Misiri, ta worra tufate dabsate, keesaa baase.


Akheekhi Waaqi na garsiise akami gudda! Wonti mama ka inni tolche akami guddo! Waaqi hayyu haga jiru jireenna ch'ufa jiru; ka ammalle hojja ch'ufa jiru ka ammalle hojja ch'ufa lafa fidu.


Dabdichi ka hori dansa sorio suni male ree ufii keesa qabu, ka hori sorio himmalle naa baase, ha abaaramu. Wonti akanatiifi anini hayyu gudda, ka lafafi nami ch'ufti d'eetu.


Anini jireenna hegeri kennaafi, isiini haga jirtu indootu; nami tokoleeni harka kiyya keesaa imfud'atu.


Aka anini, Deeme isaniti deebia jed'e, la d'ageetani. Yo na jaalattani sila ingammaddani, waan anini gara Abba kiyya deemuufi. Wonti akanatiifi Abbaani kiyya nara gudda.


Anini amma tana lafa keesa intau, ammo jari kunini lafa keesa taa; anini gara kanke d'ufa. Ee Aabbo qulqullo jabeenna kanke ka atini naa kennite sunini worra qorqorad'i aka worri akuma kenna taka tahu.


Atini humna nama ch'ufa ira ya isaa kennite, aka inni nama ch'ufa ka atini isaa kennite jireenna hegeri kennuufi.


Anini maqa kanke nama atini lafa keesa naa kennite ya agarsiise. Worri qara namuma keti, atileeni ya worra naa kennite. Worri dubbi tante la guute,


Anini maro worraatiifi kad'ad'a. Maro nama lafaati inkad'ad'u, ammo nama ati naa kenniteefi kad'ad'a; wonti akanatiifi worri keti.


Nami Aabbooni naa kenne ch'ufti gara kiyya d'ufa, anileeni diqole indidu.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ