23 Inni waan jed'e, Anini qonqo nama lafa alooti iyu, ta kara Aabbo qajeelcha jettu. Aka raagi Isayani duri jed'e.
Raagi Isayani waan Yohana dubbate waan jed'e, Qonqooni nama lafa aloo keesa iyu: Kara Aabbo kurfeesaa, daandi isaa qajeelchaa jetti.
Qonqooni nama lafa alooti iyu waan jettu: Kara Aabbo kurfeesa, daandi isaa qajeelcha!
Duuba, Atini eennu re? Worra nu ergeti himu malle. Ati eennu ufiini jetta? jed'ani isa gaafatani.
Jara kana Farisayooti erge.
Isanileeni d'uga tiyya aka anini, Anini Kristoniti, ammo isa dura na ergani ufiini jed'e.