Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Yoeli 1:6 - KITAABA WAAQA

6 Nyaapi awaanisaa ya lafa teennati baafatte; inni guddo irre qaba, ammalle heddu muumme inqamne; ilkaani isaa aka ilkaani korma nyeench'aa jirani, gaadeeni isaa aka d'ala nyeench'a jirti.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Yoeli 1:6
9 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Inni maro ch'ubbu worra achi tautiifi lafa biyye dansa garagalche, lafa aloo ta soodda ch'alla tolche.


Nami garileeni hiyyeesafi hiyyeeti dabse nyaate fit'e akasiini bula.


ta badde mukha qoraatitiifi mogoreeni iti baate, boha. Maneeni nami keesati gammadeefi dira keesati nami machi argate boha.


lafa Yuda ch'ufa keesa yae waan ch'ufa hare, haga gurmu namaa olbahe waan ch'ufa d'ossa. Waaqi nu woliini jira! Inni koola ufii ballise akasiini lafa qorqorata.


Worri Israeli lafa AABBO Waaqa keesa intau, ammo lafa Misiriti deebie sagale nyaachu himmalliini lafa Ashuru keesati nyaatani.


Anini waan duri tuuti awaanisaa nyaatte isani iraa balleesite isanii deebisa. Nami duula awaanisaa suni isaniti erge anuma.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ