D'akhafi akheekhi kunini nuu d'uga. Anini gama kiyyaani d'akha kana dabre si inhad'u, atileeni gama keetiini d'akha kanafi akheekha kana bira dabarte na inhad'ini.
Ammo nama daafanafi kiyyibafi hamafi nama nama ijeesufi algalaafi ka murma baafatufi ka waan harkaani boch'ani guddisuufi ka nama sobu, fullaani worraa galaana ibidaati, ka duisa lameeso.