Ee AABBO Waaqa, anini garaa qurt'umi keesa si yaamannaani atini na jalaa owaatte; anini ka boola Ekhera keesa jiru, siti bohe jennaani atini na d'ageete.
Gaafa lafa jiru, Yesoni qonqo guddofi imimaaniini aka male Waaqa kad'ate, ka dandae duisa keesaa isa baasu. Waan inni Waaqa sodaateefi Waaqi isa d'agaye.