3 Adamuuni ganna d'ibbafi sodoma gahe jennaani ilma waan ch'ufaani isa fakaatu d'ale maqa Sethi baaseefi.
Adamufi niitiini isaa ilma d'ibi d'alani jennaani isiini waan jette, Waaqi ya ilma naa kenne fulla Habili, ka Kainiini ijeese; tanaafi isiini maqa isaa Sethi baafteefi.
D'iirafi uwale uume, eebiseefi Nama jed'e maqa baase.)
Eegi suni Adamuuni ganna d'ibba saddeeti d'ibi tae,
Nami waan qulqullo, waan t'uri keesaa baasu, injira? Injiru.
Nami akami dandae Waaqa durati d'uga qaba? Nami uwii d'alu akami dandae qulqullo taha?
Anini haguma d'alad'e daba qaba, haguma duri garaa haad'a tiyya keesati uumame ch'ubbu qaba.
Malaikaani waan jetteeni, Lubbu Qulqulloti siti d'ufa, jabeenni Waaqa Gudda siti gaadiseesa. Tanaafi daima qulqullo d'alatu sunini Ilma Waaqa jed'ani.
Salani ka Kennani, Kennanini ka Arfaksadi, Arfaksadini ka Shemu, Shemuni ka Nuhu, Nuhuni ka Lameki,
Nafi nafa d'ala, Lubbuuni lubbu d'alti.
Dabi nama toko gula lafa seene, ammalle dabi isaa suni duisa lafaani d'ufe. Tanaafi duisi nama ch'ufa gahe, maro nami ch'ufti dabeefi.
Fooni waan ch'ufa aka takaa injirani: nami fooni ufi qaba, bineensi ka ufi qaba; simpirreeni ka ufi qabdi, qurt'umileeni ka ufi qabdi.
Akuma amma nama biyye fakaannu, akasuma eegi tana nama gubbaa fakaanna.
Nuuni ch'ufti duri aka worra suni jirra, d'araa nafa keenna gula yaane waan nafafi qalbiini teenna feetu ch'alla tolchine, ka sila akuma nama ch'ufa Waaqi nuleti dalanu male.